Imimmaan koo bara turtii.. Har’as kunoo cophaa Jirtii.. Hulaa haqaa cufee diinni.. Afaan sobaa damma dibee.. Baraa baraan teenyee booyuu.. Saba kiyyaaf Malli dhibee… Haa …
Read More »Aanaa Gullisootti barataa Gutuu Abarraa ajjeefamuun polisiin Oromiyaa amane.
Waamicha Hiriiraa Mormii tokkuumma baratoota Oromoo (TBOJ) caayya ABO/OLF biyyaa Jarmanii, Frankfurt
Xalayaa Obboo Lammaa Magarissaa Afiyyaa’ii Caffee Oromiafi
By Jawar Mahammed: Haasaya isin uummata Burraayyuu waliin gootan dhaggeeffannee jirra. Hunda dura nama akka keessan onneerraa dubbatee garaa saba isaa jiisu mooraa gamasii keessatti …
Read More »DHIIGA BARATTOOTAA
Bilisaan dhalatanii bilisummaa dhabuuu Dhugaan falmatanii haqa ofii dabuu Lafa abbaa ofiirratti duguuginsa sanyii Nagaan ofii badee baay’ate hammeenyi Galtuun kaabaa seentee yoo nyaattu …
Read More »VOA. gabaasaa hiriira mormii Haroomayaa
Yuniversitii Haroomaayaa. Yeroo barattoonni Agaaziin reebaman
Yeroo polisiin federaalaa staadiyemii irraa kaasee hanga dormii barattotaatti jala dhufaani haalaa kaanan barattoota Oromoo irra midhaa san hunda geeysisan..
Read More »At the mean time massive deployment of federal police and Agazi is roaming the street of Nekemte as means to intimidate residents of the historic from staging#OromoProtests
At the mean time massive deployment of federal police and Agazi is roaming the street of Nekemte as means to intimidate residents of the historic …
Read More »Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo irraa kenname
Ummanni Oromoo abbaa biyyumma isaa sarbamee impaayera Ethiopia sirna kolonii Habashaa jalatti fedhii isaatiin alatti eega ammatamee eegalee miidhaan gara jabinaa mootummoota abbaa irreetiin walduraa duubaan …
Read More »