OMN Maali? Yaada Qabsoo Oromo tii fi Gaafiin mirga Amantii wal simatuu? Sheekkotiin Nama hundaafuu wal qixa moo? Qaamni hawaasaaf dhukkubsatu Eenyu? Yaada jedhuuf …
Read More »Obolewwan keenya kun Lameen Kadir fi Awwal jedhamu Bala Hajji Minaa gubbat dhaqabe irrat Haadha isaan lubbuun baasan isaan lameen gamma akhirat deemaniru.
RDH Obolewwan keenya kuniin Jiraatota Biyya Saud Arabiyaa Magaala Riyaadit. Lameenu kan fuudhanif Abba ijoole Tokko tokkoot. Hadha isaan Hajiif Naanoo Oromiyaa Godina Wolaga Magaala …
Read More »Itiyoophiyaatti Nama Miliyoona 8.2 Gargaarsa Barbaada
VOA, Mallaskaachoo Ammahaa WASHINTON,DC—Akka gabaasa Koreen Balaatii fi Qophaahinaa Sagatnaaa Nyaata Addunyaa Damee waliin baasanitti Itiyoophiyaatti rakkoon jijjiiramii qilleensaa EL NINO faana dhuftetti akka namii ariitiin …
Read More »I F L O /A I B O + ULFO/THBO
Gumaan jaallan wareegamanii walabummaa Oromiyaatiin deebi’a Akkuma beekkamu Sooreeysi QBO J/J/A/Gadaa du’aan ad dunyaa kanarraa erga galan kunoo bara 2ffaa isaa xumurree jirra. Akka …
Read More »Miidhaan barsiisota Oromoo irra gahaa jiru, egeree Oromoo fi Oromiyaa bal’eessuuf duula geggeeffamaa jiru keessaa qaama tokko!
Leelloo Sabaa irraa Guddina fi egeree biyya tokkoof kanneen murteessoo ta’an keessaa tokkko, humna nama baratee qabaachuu dha. Waan kana ta’eef, humna nama baratee ayinaa …
Read More »Ilillii International Hotel!!!
Torbee kana Akka Addunyaatti Hoteelonni Addunyaa kanarra jiran wal dorgomanii Sadarkaa 5Star(Five Star) yookaan kanneen Akka Addunyaatti Keessumoota Ol’aanoo Simachuuf Humna qaban ykn Hoteelota Adda …
Read More »Food Insecurity Catastrophe In Ethiopia Is Due to The Carelessness of The Dictator TPLF Government for The Life of Oromo People
Human Rights Watch have reported how the Ethiopian Dictator government is taking the foreign aid to discriminate the Oppressed nations like Oromo ,Somali, and others …
Read More »Tooftaa Cunqursaa Mottummaa Wayyaanne Filannodhaan 2015 Boodaa Fi Qabso Bilissummaa Ummata Oromoo
Paartileen Wayyaane walgahi ta’ani hojii raawwachistu koree garagaraa filani jiran. Warri korree kanarrati dhaabbileen hirmaatani opdo,deheden,hewhat, beheden, partile 4 kanini fa`a jechudha. walgahin adeemsisan kun …
Read More »Iyyannoon hojii (CV) dalagaa argachuu nama dandessisu isa kami?
==================================================== (THE AWASHPOST.COM)-Namoonni kan barataniif waan hedduuf. Dalagaa argachuufi woraqaa isaanitti dhimma bayanii jireenya fooyyeffachuun sababa isa tokko. Shakkii tokkoon alatti, baratanii dalagaa argatanii uf, …
Read More »Ummanni 150,000 Aanaa Zuwwaay Dugdaa Jiraatu Beelaan Shororkaaya Jira
Aanaan Zuwaay Dugdaa Godina Arsii qarqaraa haroo dambalii dheerina naannawa harichaa walakkaa ol irra naannofte tan argamtu fi lagni kataar aanicha wallakkatti kutee kan darbu …
Read More »