(VOICESFORVOICELESS.BLOGPOST.SE.COM) Yaa Oromoo, qabsoo bilisummaa biyya tokkoo keessatti gargaarsi biyyoota alaa ni barbaachisaadha yoo jennee of gaafannee, deebiin jiruu eetii (eeyyee) ta’a; garuu eenyurraa, akkamiin, …
Read More »Ethiopia’s Economy: Time for the West to Call a Spade a Spade
(stesfamariam.com) The western media and its sponsors have gone to great lengths to present Ethiopia as a democratic nation whose economy is growing by “double …
Read More »Rabbi irkannaa, haqa falmannaa ni moona!
Jireenyi walabnii mirga uumamneefii sarbamne hin jennuu! Tooftaadhaan gabroomnee qabsoon bilisoomnaa kennaa hin eeggannuu! Fafa gabrummaa baadhannee hin teenyu! Harqoota gabrummaa hamma ifirraa gannuu! Dhiigaan …
Read More »Voices for voiceless
(http://voicesforvoiceless.blogspot.se/) Nama tuffatan saree jalatti dhaanu: barbaachisummaan OPDO hanga Woyyaaneen Oromiyaa seentee hiddaan lafa qabattu qofaaf ture: erga hidda gadi fageessafatanii, Woyyaaneen OPDO iyyuu balleessuuf …
Read More »Oromo Peaceful Protest in Washington D.C., Friday June 19, 2015
A Call to Demonstrate Against the TPLF /EPRDF Tyrannical Regime Dear All Oromos and friends of the Oromo in the Washington DC Metropolitan Area and …
Read More »Biyyi nuti itti baqanne nu hiraarse jedhu baqattoonni Paris keessaa
Baqattoonni laga meditraniyaan qaxxaamuruu dhaan gara Ferensayitti imalan rakkoo hamtuun isaan mudachuu dubbatu. Mootummaan bakka jireenyaa waan nuu hin kennineef jecha daandii irra riqicha jala …
Read More »“Araa dhabni taanaa maraa dhabamee, Tanaaf ar’a taane gabroota namaa”
Walaloo gabaaba asii gadii kanaa hayyuu,beeka,aalimaa keenya guddaa Sheekh Abubakar Usaman Odaa(#Shek_Bakrii_Saphaloo) tu gaafa lubbuun jiru barreese. Mee dubbisaa ittiin yaadadhaa. Hayyuu keenyaaf rahmata kadhadhaa. …
Read More »Sheek Amiin Ibroo: “Gaalli biyya Oole fakkaata”
OROMOO KARRAYYUU KEESSAA WAA AS NUTTI BA’E!!!
Rakkoo Baqattoota Oromoo keeniyaa keessatti
Mootummaan wayyaanee umurii angoo isaa dheereefachuf fedhii guddaa irrraa kan maddee walii hidhata siyaasa mootummoota olaa waliin qabu bayyee cimaa dha. Ilmaan oromoo hidha,ajjeechaa,dararaa …
Read More »