Waa’ee OMN Guyyaa November 23, 2014 mariin waa’ee OMN magaalaa lakkuu Galma Hawaasa Oromoo MN keessatti saatii 2 irraa jalqabee gaggeeffameera. Matadureen walgahii kanaa ”Rakkoo …
Read More »Life & Legacy of a Borana Statesman
From time to time, certain individuals who display courage and self-sacrifice for the greater good emerge to make a lasting impact on the lives of …
Read More »Osoo hin gaafatin, Osoo hin hubatin….
Osoo hin qoratin Osoo keessan barin Daftee hin dubbatin! Dubbii qaccee qabdee hin raabsin jarjartee Booda ni gaabbita gaafa dhugaa hubatte Ta’uuf dhaba isii irraa …
Read More »IFLO shoorarkeessuuf yeroon isaa dhumee jira.
Sabboontootaa fi deeggartoonni OMN kanneen odeeffannoo gahaa hin qabne ololaan hamilee cabuu hin qabu.
OSOO HIN HUBATIN HIN DUBBATIN! Sirkanan Ahmed irraa Haala waa’ee OMN irratti deemaa jiru ilaalchisee namoonni garii garii osoo addaan hin baafatin maqa-balleessaa fi diigamiinsa …
Read More »IFLO shoorarkeessuuf yeroon isaa dhumee jira.
Gurmeessuun namoonni akka waa waliin hojjatan walitti fiduudha…….
GURMEESSUU YKN IJAARUU ( ORGANIZING ) Humni namoota hedduu yoo wal ta’ee hojjate jijjirraa fiduudhaf gahaa yoo ta’u namni tokko garuu waa xiqqoo hojjachuu danda’a……. …
Read More »Oromoo fi Oromummaan Haadursu!
Abdii Gemechu Rakkoon tokko tokko OMN keessa akka jiru erga gurra nu buutee bubbultee jirti. Rakkoo hanga tokkos nu warri miidiyaa kana dhiheenyatti beeknu …
Read More »Atileetotii Naannoo Oromiyaa Addunyaa Fiigichaan Moohumatti Jiran
Amma maalin jedha maaluman dubbadha Dubbiin gara galtee tam irraa qabadha?
Arra maalin dhagahe maaltu maal ta’e? Mataan na oowwee garaan na boba’ee Obseen dadhabee imimmaan harca’ee Teenya tun na dhibdee maaltu nutti bu’e? Akkan hin …
Read More »