Abdii Boruutiin Kutaa sadaffaa – Dhugaa ragaa qabu moo afaanfaajjessaa dha? Iccitiin jiru hoo maali? Akkuma kanaan duraa har’as kutaa sadaffaa barruu kiyyaa kanas gaafii’umanan …
Read More »Tokkummaan jaarmayoota fi qabsaa’ota Oromoo akkamitti ijaaramuu danda’a?
Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa – Lammiileen Oromoo maal jedhu? Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti “gaafii guddaa yeroo ammaa” jedhee kaasuun koo …
Read More »Tokkummaan jaarmayoota fi qabsaa’ota Oromoo akkamitti ijaaramuu danda’a?
Abdii Boruutiin Kutaa duraa – Gaafii guddaa yeroo ammaa? Waldhabbii qabsaa’ota Oromoo jidduutti uumameen kan ka’e waggoota dabran keessatti jaarmayoonni Oromoo heddoomuun kanuma beekamu …
Read More »Namnni mataa ofii bilisa hin baafnne nama biraa bilisa baasuu hin danda’u
Abdii Boruutiin Haala Qabsoo Bilisummaa Oromoo yoon ilaalu ykn itti yaadu waa baay’ee tu sammuu kiyya keessa deddeebi’ee akkan gadifageenyaan hubadhu na godha. Gaafiin ani …
Read More »Guddina Afaan Oromoof maaltu godhame, maaltu godhamaa jira, maaltu godhamuu qaba?
Booda akka (itti) hin gaabbine
Namnni tokko yoomi fi maaliif gaabba? Gaafii kanaaf deebii kennuu dhaa dura waan tokko tokko haa ilaallu. Akkuma beekamu yoom yoo jennu yeroo gaafachuu keenya. …
Read More »Hanga Ummata Oromoo Waliin Hin araaramnetti Keessa OPDOtti Sabatiinsi Hin yaadamu; Hireen Maayyii Hogganoota Isaas Salphinuma
Kaayyoon dhaaba jijjiiramaa ABO YKN hooggana bergaader….
Qabsoo Ofirratti Amantaa fi Kan kaleessaa irraa Barannee, kan Boruuf Maal Gochuu Qabna jennee of gaafachuu! Dhaabni siyaasaa tokko tarsimoo fi galii gara garaa qabaachuun …
Read More »Jaallan Sooreessaa J/ Jaarraa Abbaa Gadaa fii warri isa mararfatan maal jedhu?
Jaallan Sooreessaa J/ Jaarraa Abbaa Gadaa fii warri isa mararfatan maal jedhu? Gaazeexeessaa, angaftichaa fii abbaa galmee jechoota Afaan Oromoo kan tahee obboo Mahdii Hamiid …
Read More »Kutataa dha du’a hin sodaatu
Kutataa dha du’a hin sodaatu Jajjaboodha hin cabu Dhugaa jaalata hin hin faallessu Onnee guutuun lola takkaa hin fakkeessu Dhugaa-‐dhaaf falmata Kabajaa sabaatiif lubbuu isaa …
Read More »