Ibsaa fi marii yeroo dheeraa J/Jaarraa Abbaa Gadaa guyyaa kaleessaa waltajjii “palatalk mana marii murtii guutoo fi saraaraa OCM keessaatti gadgeessan keessatti, gaaffii akkamitti isin …
Read More »Oromiyaan mallatoo gotota bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa hangafa dhabde.Oromiyaan mallatoo gotota bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa hangafa dhabde.
Soso’a qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti yeroo irraa yerooti jagnnooni, gootootni fi hayyootni dhimma saba isaanii kan waloof jecha gahee isaanii jireenya lubbuu isaanii baasan …
Read More »Breaking News: Heroes Will Be Remembered.!!!#Rest in Peace Jaarraa Abbaa Gadaa
Jarraa Abbaa Gadaa jeeyna haati deyse
Du’a saa dhageenye heddudha gaddine Leenca sodaan qabne kan sabaaf if kenne Amantiin gabaroomuus takkaa tolen janne Kophaa Isaa ka’ee saba saa dammayse Bilisummaaf je’ee …
Read More »Afraan Qalloo
Wal-Gahiin KG OPDO Wal Dhabdee fi Qoodmiyaan Milkii Malee Adda Bahe
Bitootessa 21,2013, Finfinnee (Gabaasa Qeerroo) — Walgayiin Qaamolee OPDO Miseensota Giddu Galaa Bitootessa 17 hanga Bitootessa 20, kaleessatti itti ture. Dhimmi walgayii isaanis inni jalqabaa …
Read More »Events in Oromo History Before 1853
Events in Oromo History Before 1853 Date Event ~ 300 BC Archeologists found in 1978 in northern Kenya the pillars that Oromo used in the …
Read More »Odeeffannoowwan Bu’uuraa
Moggaasa Maqaa: Oromiyaa Magaalaa Guddoo: Finfinnee Teessuma Lafaa Teessuma: Kutaa Baha, giddugaleessaa fi Lixaa Itiyoophiyaa 3024’20’ ka. hanga 10’23’26’ ka. fi 3407’37’ ba. irraa hanga …
Read More »