Guyyaa Amajjii 31, 2015 Hawaasti Oromo Australia, magaalaa Melbourne keessa jiraatu sochii ergamtoota diinaa garee OPDO, Abdulhaaziiz Mohamed I/A/bulchaa Oromiyaa kan ofiin jedhuun Australiatti bobbaate …
Read More »Qabsoon Oromoo maaliif galma gahuu hanqatte??
Seenaa gabaabaa Jaal Durrii Muusaa (1945-2015)
Ibsa Ijjannoo Godina ABO Jijjiiramaa Giddu Gala Baha Eeeshiyaa
Nuti Miseensonni Giddu Gala Baha Eeshiyaa Ayyaana Amajjii 1 , bara 2015 Guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo WBO dhaa Sababeeffachuudhaan Walitti DHufnee Haala Gaariidhaa fi …
Read More »Afrikaa Kibbaa Keessatti Guyyaan WBO Sirna Howwaan Kabajame
Amajjii 13, 2015 Bakka bu,oonni jaarmayaa ABO Kutaa Afrikaa Kibbaa konyaalee garaagaraa kan akka Konyaa Cape town,Konyaa Mpumalanga,Konyaa Gauteng fi Konyaa Zulu Nata irraa irratti …
Read More »Labsa Tokkoomuu ABO fi KY – ABO
Yeroo ammaa haalli hamaan ummanni keenya biyya isaa Oromiyaa keessatti mudachaa jiru himamee kan hin dhumne tahuus haala sukaneessa akka tahe beekamaa dha. Ummanni Oromoo …
Read More »Qaabsoon Bilisummaa Oromoo eessarraa garamittti?
Dr. Diimaa Nagawoo: “Oromiyaan ta nama hundaati”
Dhugaasaa Bakakkoo: lamaa fi shan ajjeesuun hafee jiraachuun WBOtuu waan guddaadha
IBSA YAADANNOO GUYYAA WARAANA BILISUMMAA OROMOO
Haga Ummanni Oromoo Haqa Isaa Deeffatutti falmiin Bilisummaa Itti sufa (fufa). Ummanni Oromoo ummatoota gaanfa Afrikaa keessatti bilisummaan jiraataa turee keessaa ummata tokkoo. Ummanni …
Read More »