Harras kunoo afaanum kalessa dhadhaa dibatee ittin Uummata Oromoo gowwomsee abdiddatti naqaa tureen irra iyyuu darbee dirqama Wayyanee irra fudhateen mooraa QBO bakka sagalitti ciree …
Read More »Osoo ABOn Dhalachuu Baatee Lakkoofsi Oromoo Amma Jiru Kun Ni Jiraa Laata?
2, Oromoon OdooGabronfattoota HabashaaHarkatti Kufuu Baatee Hoo Har’a Eessa Jira Laata..? Baarentuu Gadaa Irraa Yoon kaleessa yaadadhu, yoon waan Oromoon waggoota 100 oliif keessa turee …
Read More »Ibsa Addaa Bilisumma Oromiyaa
Harka muraafi shalabbii harmaa kan habaleen raawatame rasaasatti jijjiiree murrriqii Saba Oromoof diinni haareysoomsuuf dhaadate oolchuun duursinee gumaa kalleessaa kafaluuf irroomuun Sabaa dirqama sardaadha. dhawwaaqni, …
Read More »Sabni Oromoo maal barbaada?
Abdii Boruutiin Ummanni keenya amma maal barbaada? 1-Dhaaba waa fiduu malee dhaaba seena fi hawwii itti himuu miti 2-Dhaaba waa godhu malee ka’aa jedhee kaasee …
Read More »Gurmeessuun namoonni akka waa waliin hojjatan walitti fiduudha…….
GURMEESSUU YKN IJAARUU ( ORGANIZING ) Humni namoota hedduu yoo wal ta’ee hojjate jijjirraa fiduudhaf gahaa yoo ta’u namni tokko garuu waa xiqqoo hojjachuu danda’a……. …
Read More »Qabsoon Bilisummaa Oromoo garamitti deemaa jirti?
Abdii Boruutiin Erga uummatni Oromoo gabrummaa Habashoota jalatti kufee kaasee hanga har’aatti qabsoon bilisummaa saba Oromoo bu’aa bayii meeqa keessa dabree akka har’a gaye seenaatu …
Read More »Walabummaa dura fi walabummaa booda
Abdii Boruutiin Jaarmayoonni bilisa baasaan keenya maal jedhu? Kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) ilaalchisee yeroo ammaa intarneeta irratti marii oo’aan waan godhamaa jiru …
Read More »Maaliif kan dabre irraa hin baranne? (Kutaa lammaffaa)
Maaliif kan dabre irraa hin baranne? (Kutaa lammaffaa) Kutaa lammaffaa Mata duree kana jalatti isa kutaa duraa keessatti qabsaa’ota fi jaarmayoota siyaasaa Oromoo kan walaba ta’anii …
Read More »