Koraa 38faa TBOJ/UOSG E-Mail: tboj.uosg@gmail.com Kora 38ffaa Tokkummaa Barattoota Oromoo Jarmanii(TBOJ)Fulbaana 14 bara 2014 Sa’a booda saatii 12:15 irraa egalee waaree booda amma …
Read More »We don’t expect a free and fair election from TPLF regime on upcoming general election in Ethiopia
By Alemu Hurissa Cartoonist depiction of the election in Ethiopia All human beings are born free and equal in dignity and rights. If not all, …
Read More »Waajjirri Tokkummaa Baqattoota Hawaasa Oromoo Yaman, Haala Yaroo Ammaa
Kan baqattoonni Oromoo Biyya YAMAN keesa jiraatan irra Sababii Walibu’iinsa Lolaa Kan Mootummaa YAMAN fi Mormitoota biyyattii Jidduu Yaroo ammaa Magaalaa Guddittii YAMAN Sana’aa …
Read More »Walgahiin gargaarsa Oromia Media Network kutaa Iskaandiniiviyaa
Nama 500 fulbana 14/15/2014 Dooniin qarqara galaana Maaltaatti garaan galtee keeysaa nama 10 qofaatuu mul’atee jira.
Hegeree Oromiyaatiin Kana kan dubbatan Hogganaa dhaabbata Godaanttota Addnyaa Obbo wilyaam Liis Liisiing hoggaa tahuu haalli godaantttonni itti dhumaa jiran kuni yaaddeysaa tahuus dubbatee jira. …
Read More »Mootummaan abbaa hirree wayyaanee uummata Oromoo magaalaa Amboo fi naannoo ishii dararuu fi ukkaamsuun hojii guyyuu guyyuu isaa tahuun daran jabaachaa deemaa jira.
Gabroonfataan mootummaa wayyaanee erga guyyaa tarkaanfiin lukkeewwan wayyaanee fi qabeenyaa wayyaanee irratti irra deddeebiin magaalaa Amboo keessatti fudhatamaa dhufe addatti gaafa guyyaa 8/9/2014 tarkaanfii konkolaataa …
Read More »JIREENYUMA!
Takka gadoo takka oloo Takka rakkoo takka balloo Takka nagaa takka haaloo Takka orraa takka hebaloo Jireenyumaa tunis maaloo! Kuun ni ciisa kuun ni mugaa …
Read More »Hawaasni Oromoo Magaalaa Stockholm Keessaatti Qophii Ayyaana Irreechaa fi Gargaarsa OMN Gaggeessan
Less free people are less productive
By Alemu Hurissa There is no question about how much freedom and justice are important for an individual, a society and country. I also …
Read More »Seenaa Gabaabaa Aadde Faaxumaa Galmoo (Haadha Abdii) 1930-2014
Qabsoo ummanni Oromoo gabrummaa jalaa bahuuf godhaa jiru keessatti injifannoon hamma yoonaa galmaawan heddu. Injifannoolee tana galmeeysuuf, biyya keessa qofa odoo hin taane, …
Read More »