Manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa fi Qophaainaa keessatti barattootni Oromoo goototni imaanaa gootawwanii tiksan gaaffii abbaa biyyummaa itti fufuun magaala Gimbii mana barumsaa sadarkaa lammaffaa fi …
Read More »ALAGAAF FINFINNEE HIN LAANNU QIRCINEE
Maali yaa lammiikoo maaf teessa Gommitee Naannowaa Finfinnee alagaaf qircitee Ka’i malee ka’ii !! ka’ii wal kakasii!! Kan si nyaachuuf gamuu aleeliitii baasii Qotee bulaan …
Read More »TPLF forces opened live rounds on demonstrators and killed a 9th grader
We are in agony and they are in ecstasy ************************* Following the peaceful demonstrations held by Oromo students in nine Universities across Oromia [Haromaya, Jimma, …
Read More »Hiriira Mormii Amboo Keessaa Irratti Namoonni Ajjeesaman, Gamooleen Gubatan, Jedhu – Jiraattonni
Namoo Daandii 30.04.2014 18:32 WASHINGTON, DC — Kanneen bulchiisa naannoo Oromiyaa keessatti argaman manneen barnootaa sadarkaa ol’aanaa fi sadarkaa lammaa, walumaa-galatti 11 keessatti hiriirri mormii barattootaa …
Read More »Uummanni Amboo Gootummaan Diina Dura Dhaabbachuun Badiyaa fi Magalaan Waraana Wayyaanee Dandii Konkolaataa Dhorkate.
Uummanni Amboo Waraanni Wayyaanee Dhiha Oromiyaa Wallaggatti Akka Hin Dabarreef Bakkoota 16 ol ta’anitti mukkeen guruguddaa jigsuun gootummaan dura dhaabbatan suuraa gamtaa poolisii Ebla 30/2014 …
Read More »Barattoonni universitii magaala Dirree dawaa akka malee humna waraana wayyaneen reebaa jiru
“Habesha” is really big evil
Oromo be unite Oromo be unite Struggle for our right Future may be bright Do not hesitate quite Work day and night We are created …
Read More »Full confidence from oromo students!!!!
Pirezidaantonni unversiitii garaa garaa irra jiran mirga barattootaa tuquu dhaan osoo barattoonni mooraa keessaa hin ba’in humna federaalaatiif mooraa bananii ol galchuu dhaan barattoota sodaachisaa …
Read More »Oduu ho’aa amma nu ga’e
Kolleejjiin Barsiisota Mattuu yeroo ammaa kanatti dhukaasa waraana wayyaaneetiin raafamaa jirti. Barattootni hedduun karaa nagaatiin gaaffiisaanii dhi’eeffachaa jiran rasaasa waraana mootummaa abbaa hirreetiin madaa’aniiru. …
Read More »Eebla 30/2014 Godina Lixa Shawaa Aanaa Midaa Qanyiitti FDG Gootota barattoota Ooromoo..
Eebla 30/2014 Godina Lixa Shawaa Aanaa Midaa Qanyiitti FDG Gootota barattoota Ooromoo M/B Ballaammii sadarkaa 2ffaa fi qopha’inaa fi uummata Ooromoo Magaalaa Ballaammiitiin har’a sa:aa …
Read More »