I am Oromo first By Megersa The oromo youngsters are working on nation and nationality building. The more strong this is the less it is possible …
Read More »MINILIKOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA : Kutaa Duraa
MINILIKOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA : Kutaa Duraa Taammanaa Bitimaa irraa DURADUBBII MINILIKOOTA? Eenyu isaan? Gaafii qalbii! Raajii Rabbi! Eenyu egaa isaan? Dursee Minilikoonni as irratti ka’an …
Read More »Mooraan Yuuniversitii Haromayaa Goolame.Barattooti Hedduun Nyaata Summaaye Nyaachuu Irraan Miidhaman
Diddaa barattooti Yuuniversitii Haromaayaa kaasaniin wal qabatee guyyaa har’aa sirni abbaa hirree mootummaa Wayyaanee baraa gara baraatti barattoota mala adda addaan fixuu aadeffate har’as caalmaatti …
Read More »Guyyaan WBO magaala guddoo Ameerikaa, Washington, DCtti sirna ho’aan kabajame.
Guyyaan Waraana Bilisummaa Oromoo(WBO) gaafa Sanbataa Amajjii 25, 2014 magaalaa guddoo Ameerikaa, Washington, DCtti sirna ho’aan kabajame. Kabaji guyyaa WBO kun akka aadaa Oromootti …
Read More »Mootummaan Wayyaanee Seeraa Mirga Barattootaa Ugguru Baase.
Gaafa Amajjii 28/2014 Mootummaan EPRDF fi Ministerri Barnootaa EPRDF seera haaraa baasan irratti baratoota dhaabbilee barmotaa olaanoo kanneen akka Yuunivarsiitii, Kolleejjii, manneen barmotaa sadarkaa 2ffaa …
Read More »The Oromo Federalist Congress (OFC) launches Oromo Youth League (OYL)
[rev_slider ofc] The Oromo Federalist Congress (OFC) has launched the Oromo Youth League (OYL) on the 25th of January, 2014. The League is expected to organize and …
Read More »Oromoon karaa filannoo nagaan angoo qabate habashota waliin jirachuu ni danda’aa?
Kutaa 1ffaa By Miliyon Taddesse Barreffamni koo kun gaaffii lama of keessaa qabdi tokkooffan Oromoon biyya Itophiyaa jedhamtu keessatti karaa filannoo nagaan mo’atee wayyaanee …
Read More »AYYAANI WBO BARA 2014 BIYYA UK MILKIIN XUMURAME
To all Oromo mass organizations
Caayaa Oromota Sa,udii Arabia. جالية ابناء اورومو بالمملكة العربية السعودية Oromo Community in K.S.A. ================================================================ From Oromo Community In K.S.A. We, Oromo in Sa,udii Arabia …
Read More »Amhara’s far right Fundamentalist ‘Moresh’ leaders officially declare war on Oromo!
Moderator, Sidama National Regional State Information Net Work January 25, 2014 A highly controversial far right fundamentalists Amhara organisation advocating to reclaim its lost hegemony …
Read More »