Qabsoon yeroo hunda gabbachaa fi danboobaa deemuu qaba. kana gochuuf garuu hooggana jijjiramaa fi hooromsa qabsootti amanu horachuun murteessaa dha. hoogganni jijjiramaa fi haaromsa qabsootti …
Read More »Obbo Ibsaa Guutamaa mormitoota ODF hundaaf
“MIILA LAMA QABAATANIIF , MUKA LAMA HIN YAABAN !!!!!!”
Y.G(2005) Seenaan yoomillee seenaadha. Maqaa Ummata tokkon qabsoo gaggeeffamu mitii, Maqaa dhunfaanuu wanni hojjatani fi dubbatan qalbii Ummataa fi dhalootaa keessaa yoomillee hin badu. Keessattu, …
Read More »SEENAA GABAABAA BOSONATTI BAHUU FII QABAMANII AJJEEFAMUU JENERAAL TADDASAA BIRRUU FAA
Tokkicha Abbaa Milkiin Waan gootota kanaa bal’inaan bareessuuf osuman taa’e yaaduu Aaddee Foolii Gorbaa -haatii Koroneel Hayilu Raggaasaa nadursani.Lubbuun jiraatanii seenaa kana baasuun isaanii …
Read More »Qabsoon Bilisummaa Sabaa fi Taphni Siyaasaa Walii Gargari
Oromoon Afaan qawweetiin cabee bittaa alagaa (gabrummaa) jalatti buluu erga mudatee Jaarraa tokkoo fi walakkaa tahuufi. Yeroo sanaa kaasee bilisummaa akka Sabaatti sarbame deebisee gonfachuudhaaf …
Read More »Seenaa gabaabaa waayee Sooreessaa J Jaarraa Abbaa Gadaa
Bara 1936 ykn 37 Xaaliyaan hoggaa biyya seente, Harargee Bahaa Watar bakka je’amutti Abdukariim Ibraahim (Jaarraan Abbaa Gadaa) dhalate. Jaarraan Jollummaan barnoota diin erga baratee, …
Read More »“Warra Rageeyfateen Dhufte”
SBS: Interview with Dr. Dima Nogo, Vice-President of ODF, on the Role of ODF in Ethiopian Politics
Dr. Dima Negewo, Vice President of the Oromo Democratic Front (ODF) talks about the establishment of the organization and the role of ODF in Ethiopia …
Read More »Ibsa dhaaba ULFO/THBO irraa kenname.
Bilisummaa Ummataa fii Walabbummaa Oromiyaatiif kan Qabsaawu Hogganni dhaaba ULFO/THBO haarayni, jiddu galeeysa hoggana qabsoo biyya Ambaa hin godhatu. Falmaan abbaa biyyummaa oromiyaa jiddu galeeysa …
Read More »Guyyaa gootota Oromoo Ilaalchisuun, Dhaamsa ABO Irraa Kenname.
Danbaliin Jijjirama ABO, Imaanaa Jaallan Keenya Wareegamniif Galmaan Gaha! Uummati Oromoo maraa fi qabsa’otiin adda bilisummaa Oromoo guyyaa gootota keenyaa kan yaadannu, imaanaa isaanii galmaan …
Read More »