Abdii Boruutiin Waayeen Irreessaa (Irreechaa) yoo ka’u, beekaniis ta’ee otuu hin beekin namootni baay’een amantii wajjin walitti hidhanii karaa tokkoon qofaa …
Read More »Qabsoo Bilisumaa Oromoo bara 1991 duraa fi sana boodaa
Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBOn) kan eegale, biyyi teenya Oromiyaan Minilikiin weeraramtee; erga uummatni ykn sabni keenya gabrummaa Habashaa jalatti …
Read More »Qabsoo bilisummaa ti moo qabsoo taayitaatu godhamaa jiraa?
Abdii Boruutiin Barreeffama mata-duree “QBO: Ammaas carraan biraa akka nu hin dabarre” jedhu keessatti, yaada fi ilaalcha siyaasaa yeroo ammaa mooraa …
Read More »Namni tokko du’a diina isaatti ni gammada malee hin gaddu
Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barreeffama gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na taasise. Du’a abbaa-irree Mallasaa ilaalchisee mooraa qabsoo bilisummaa Oromoo …
Read More »QBO: Ammas carraan biraa akka nu hin dabarre!!
Abdii Boruutiin Haa turu haa daddafu malee, hammuma fedhee humna jabaa qabaatus, kufaatiin mootummaa cunqursaa fi abbaa-irree tokkoo waan hafuu miti. Uummata …
Read More »Rakkooleen mooraa QBO keessa jiran, yoom furmaata argatanii xumuru laata?
Abdii Boruutiin Qabsoo bilisummaa saba tokkootti, keessa fi alaan rakkoolee fi gufuuleen adda addaa heddoomuun waan haaraa ta’uu baatullee, kan keenyaa, kan …
Read More »Dararamni biyya Yaman keessatti lammiilee Oromoorra gahaa jiru yoom dhaabbata laata?
Abdii Boruutiin Yoo jechootni soban suuraaleen hin soban. Wanti kaameeraan kaasu tokko waan ijaan argamu fi lafarra jiru malee, waaan hin argamne …
Read More »Ololli fi duulli itti heddoomus, qabsoon bilisummaa Oromoo galii hawwamu otuu hin gahin hin hafu
Abdii Boruutiin Mee ofis walis haa gaafannu: Qabsoo bilisummaa saba bal’aa dhiisii, waanuma fedhee yoo ta’e, wanti gaariin hawwamu tokko haa xinnaatus …
Read More »Kaayyoo qabsaa’otni wareegamaniif galiin gahuun dirqama Sabboontota Oromoo hundaa ti
Abdii Boruutiin Amajjii 1, guyyaa Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) akkasumas Ebla 15, guyyaa Gootota Oromoo jennee yoo yaadannu fi kabjinu, walitti dhufnee …
Read More »Xalayaa: Hogganoota QBOtiif – Tokkummaan qabsaa’ota Oromoo yoomiyyuu caalaa amma barbaachisaa dha
Abdii Boruutiin Duraan dursee, xalayaa kana yoon barreessu haala Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) isin caalaan beeka jechuuf otuu hin taane; yookaanis ammoo isin caalaa dandeettii qabaadhee isin …
Read More »