http://gadaatv.com/gadaa-tv.html “Odeeffannoo bilisaa, ummata bilisaaf” odeeffannoon xinnoo hin qabdu! Masakamni TV gadaa, Bu’uurri sirna gadaa akka gabatuu fi guddatu sagalee ta’ee hojachuu Dirqama TV Gadaa …
Read More »Duguuginsa Shanyi Oromoorratti Geggeeffamaa jira
Jaarraa Abbaa Gadaa Memorial and Foundation Inaugural Ceremony
We cordially invite you to join us as we celebrate the life and legacy of the Father of the Oromo Liberation Army (OLA), and …
Read More »Kabajaa Ayyaana Gootota Oromo – ABO -G/Kemal Gelchu- Afrikaa Kibbaa
Hiriira Dargagoo Oromo Afrikaa Kibbaa- OLF – Change Group
GUYYAA HAR’AA OROMOONNI AFRIKAA KIBBAA JIRAATAN SABAA FI SAB-LAMMOOTA ETIYOOPHIYAA WAJJIIN TA’UUDHAAN HIRIIRA NAGAHAA UN IRRATTI BAHUUN, SAGALEE HO’AADHAAN FALMII MOOTUMMAA WAYYAANEE IRRATTI GEEGGESSEERA!Sabaa fi sab-lammoonni …
Read More »Balaa Wayyaaneen Oromoorratti aaggatte ifirraa eewaluuf
Yaada: 1. Namni Oromoo bakka jirurraa xalayaa balaaleeyfannoo barreesuu. Gara: Un Human Rights Office, Amnesty International, EU, Human Rights watch. Us foreign Secretary, Us President …
Read More »VOA; Balaa Anniyya, Jaarsoo fii Mi’eeysorratti wayyaneedhaan baname
Waraannii naannoo Soomalii, Oromoo daangaa Soomaletti dhihaattu ammaas weeyrare, namni kumaan lakkaawamu balaa haarayaaf Saaxilaman.
Read More »Oduu lola naannoo Anniyyaa
Waraanni Ogaden kani Wayyaaneen Liyyuu Poolis jettuu Oromoo Gammoojjii Anniyyaa weeyrare. Oduun naannoo Qumbii qubsuma Oromoo Anniyyaatii baatu akka mirkaneeysitutti, hidhattoonni Liyyuu Poolis kani Wayyaneen …
Read More »Ethiopia: Loss of Lives and Displacement Due to “Border Dispute” in Eastern Ethiopia
HRLHA UrgentAction May 7, 2013 The Human Rights League of the Horn of Africa (HRLHA) would like to express its deep concern over the negligence …
Read More »