Kabajamtoota Hojjattoota, Miseensootaa fi Deeggartoota OMN Hundaaf, Hogganaa Bordii Oromia Media Network, Dok. Hamzaa Abdurazaaq, dura taa’umaa Boordii OMN, irraa gadidhiisuu isaanii gaddaan isin beeksifna. …
Read More »Waamicha Uummata Oromoo fi Firoottan Qabsoo Oromoo Maraaf godhame
Qabsoon Bilisummaa Oromoo garamitti deemaa jirti?
Abdii Boruutiin Erga uummatni Oromoo gabrummaa Habashoota jalatti kufee kaasee hanga har’aatti qabsoon bilisummaa saba Oromoo bu’aa bayii meeqa keessa dabree akka har’a gaye seenaatu …
Read More »Akka sabaatti ijaaramnee,oromummaa fi Oromoo duwwaa abdannee, gooboo garee fi maqaa qabsoon daldaaltuu, hundeen diiguu qabna.
….kutaa sadaffaaf xumuraa. Mata duree kana jalatti bareefama kutaa lamaan qoodee dhiyeessuu kiyya ni yaadatama. Kutaa lammaffaa jalatti rakkoolee danqaa nutti tahan keessaa sadan …
Read More »OMN: “Ummata khiyyatti kijibuu mannaa aangoo gad lakkisuu naa wayya jedheen OMN irraa gaafatama kiyya gad lakkise”
The Chair Person of Oromia Media Network DR, Hamza Abdurazaq Resigns from his post amid internal and external controversies.
Read More »NAMNI OROMUMMAAF YAADU GALATA QABA!
Namoonni tokko tokko akkaataa itti komatan malee akkaataa itti dinqisiifatan hin beekan. Oromoo fi Oromummaan maal akka taatee fi qabsoon Oromoo garamirraa garam deemaa jirtii …
Read More »Sadaasa 20,2014 Sagalee Diddaa Gootota Qeerroo,Barattoota Oromoo Yuuniversiitii Wallaggaa
Sochiin Warraqsaa FDG Sadaasa 20,2014 galgala har’aa Mooraa Yuunibarsiitii Wallaggaa keessatti gootota barattoota Oromootiin qabsiifame hanga halkan keessa sa”aa 4:00tti waraana Wayyaanee humnaan mooraa barattoota …
Read More »Six men gang-raped me and walked free, narrates woman
November 21, 2014, Nairobi (Standard Digital News) — I came to Kenya as a refugee in October 2010. I had escaped from Ethiopia since I …
Read More »6 links showing everything Google knows about you
Control what advertising you receive and check if unauthorized persons have been on your Google account. Medium site has listed 6 things that Google knows …
Read More »