Tokkummaan Oromoo hunda dursu akka qabuu fi daandiin qabsoo bilisummaa Oromoo galmaan gahuu danda’u tokkummaa Oromoo jabeessuu duwwaa akka ta’e beektotti Oromoo waggaa dheeraaf …
Read More »Tokkummaa Jaarmayoolee fi Gurmuulee ABO
Bilisummaa fi Abbaa Biyyummaa Oromoo Dhugoomsuuf Tokkummaan Dhaabbilee Siyaasa Oromoo Murteessaa dha. Qabsoon hadhooftuu bara dheeraa dhaloota irraa dhalootatti darbaa turte, wareegama qaqqaalii gaafatus , …
Read More »BARRI KUN BARA OROMOO HAA TAHU
Taammanaa Bitimaa irraa Dubbiftoota barreeffama kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, waan …
Read More »Baga geeysan, Baga ittiin nugahe
Injifannoo dhiigaafii lafee jaallan wareegamaniitiin lafaafii mirga hagoo irratti argame, wareegamaan tiyfachuun abdiifii dambooba hegeree walabummaa Oromiyaati!!! xumura bara 2014 seensa seensa bara 2015 ilaalchisee …
Read More »Gurmeessuun namoonni akka waa waliin hojjatan walitti fiduudha…….
GURMEESSUU YKN IJAARUU ( ORGANIZING ) Humni namoota hedduu yoo wal ta’ee hojjate jijjirraa fiduudhaf gahaa yoo ta’u namni tokko garuu waa xiqqoo hojjachuu danda’a……. …
Read More »Gabaasa Kabajaa Ayyaana Waggaa 50ffaa Waldaa Meccaa-Tuulamaa fi Ayyaana Irrecha Magaala Nürnberg biyyaa Jarmaniitti kabjame
Onkoloolessa 19, 2014 Ayyaana Irrechaa yeroo jalqabaaf gaafa 18.10.2014tti Magaala Nürnbergtti kan Kabajame ole yemmu ta’u Seena Ayyaanicha maal akka ta‘e fi akkasumas Ayyaanni kuni …
Read More »Ibsaa Obboo Ibraahim Muummee fii Obboo Odaa Xasee
Tokkummaan Oromummaa kan bilisummaa dhaaf ijaaramu, tokkummaa sobaa ta’uu hin danda’u
Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBO) akka galii hin geenye gufuu itti ta’uu dhaaf; yoo danda’ame sirumaa dhabamsiisuu dhaaf, diinni keenya …
Read More »Yeroon tokkummaa dhugaa barbaadan yoomiyyuu caalaa amma
Abdii Boruutiin Bara gabrummaa jalatti kufee kaasee uummanni Oromoo qabsoo bilisummaa hadhaawaa otuu hin godhin dabree hin beeku. Ba’aa bu’ii hamma kana hin …
Read More »Tokkummaan jaarmayoota fi qabsaa’ota Oromoo akkamitti ijaaramuu danda’a?
Abdii Boruutiin Kutaa shanaffaa – WTT (Waa Taa Taa?) Quboonni sadeen kun maaliif dhaabbatu? Maal agarsiisu, maal jechuu dha?Waa Taa Taa?– Waa ta’ittaa laata jechuu ta’inaa? W T …
Read More »