Bilisummaa Ummataa fii Walabbummaa Oromiyaatiif kan Qabsaawu Hogganni dhaaba ULFO/THBO haarayni, jiddu galeeysa hoggana qabsoo biyya Ambaa hin godhatu. Falmaan abbaa biyyummaa oromiyaa jiddu galeeysa …
Read More »Gootni Kufuus Gootaan Bakka Bu’a !
Bu’ureeffamuu Qabsoo Bilisummaa Oromoo keeysatti Utubaa Qabsoo kan tahan Qabsaawaa Injiinar Abdullaahii Luungoo bakka bu’aa Sooreysa Jaarraa Abbaa Gadaa tahuun Muudamanii Barcuma kabajaa dhunfatanii jiran. …
Read More »Oromummaan kan walii fi dura dhufu yoo ta’u, amantiin garuu kan dhuunfaa fi booda dhufu dha
Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barruu kiyya kan har’aa otuun hin jalqabin, duraan dursee gammachuu natti dhaga’amen ibsuu barbaada. Waaqayyo/Rabbi galanni haa ga’u, oduu gaariin …
Read More »Walittibaqinsa, Tokkummaa, Tumsa (Waa Taa Taa) – kutaa lammaffaa
Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa: Gayeen ULFO sarana maali? Egereen isaa hoo? Mata duree Waa Taa Taa kana jalatti kutaa duraa – Qormaata guddaa bara haarayaa – jedhee …
Read More »MIRGI UMMATA OROMO NAMOOTA HAGOON HIN MURTAA’U
Jarraa Abba Gadaa’s Legacy Lives On !
The United Liberation Forces of Oromiyaa, ULFO is deeply saddened and shocked to know that ourlong time leader is no longer with us. ULFO is deeply sadden and shocked over the loss of JaarraaAbbaa Gadaa, the great leader and Comrade who envisioned, laid the foundation and enabled theunification of GABUO, UOPLF and FIDO into one entity, ULFO. ULFO and the Oromo nation lost itsmost precious charismatic, dedicated and visionary leader. While ULFO grieves the loss of this greatson of Oromiya, we extend our most heartfelt sympathy to the Oromo people who lost an irreplaceable icon they have produced in about half a century. …
Read More »Oromiyaan mallatoo gotota bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa hangafa dhabde.Oromiyaan mallatoo gotota bilisummaa Oromoo fi walabummaa Oromiyaa hangafa dhabde.
Soso’a qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti yeroo irraa yerooti jagnnooni, gootootni fi hayyootni dhimma saba isaanii kan waloof jecha gahee isaanii jireenya lubbuu isaanii baasan …
Read More »