Urjii Ahmad ISLAAMA. Islaama jechuun jecha salaam ykn Silm je’urraa argame, Nagaya ykn if kennuu jechuudha. Hikkaan Isaa Rabbiif if kennuun nagaya argachuudha. KIRISTAANA. Kiristos …
Read More »IRREEECHI AYYAANA EENYUUTI? AKKAMITTI EEGALE?
Must read all Oromo Muslims By Urjii Ahmad IRREEECHI AYYAANA EENYUUTI? AKKAMITTI EEGALE? • Ayyaannii Irrechaa Maali? Irrecha jechuun Hikkaan Isaa gabbaruu ykn Ibaadaa godhuu jechuudha. …
Read More »Maali Rakkinni Keenna Kan Iyya Masjidaa Hin Baaneef?
Godina Harargee Bahaa Aanaa Baddannootti Jum’aa darbe Sababa jeequmsa Ahbaashonni Muslimtoota irratti kaasaniin Salaanni Jum’aa Osoo hin Salaatamin Jama’aan bittinnaa’uun isaa kan yaadatamuudha. Kunis ta’uu …
Read More »“Amantaan alagaa masaanummaa irratti tolfamtee biyya keenya dhufuun Kirrii fi Tasbii nutti hiitee du’a booda isinii tola nuun jette”
“Amantaan alagaa masaanummaa irratti tolfamtee biyya keenya dhufuun Kirrii fi Tasbii nutti hiitee du’a booda isinii tola nuun jette. Dhala Oromoo tokkummaa dhaloota Waaqaa qabu …
Read More »Magaalaa Dirree Dawaa Hayyuu fii Sabboonaa isii Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abdullee sirna boonsaan awwaallatte
Oromiyaa Bahaa: Magaalaan Dirree Dawaa hayyuu fii sabboonaa isii, abbaa ummata Oromoo, kan saba isaa dukkana wallaalaa keessaa baasuuf hamma lubbuun isaanii gama akhiraa deemtutti …
Read More »Magaalaa Dirree Dawaa Hayyuu fii Sabboonaa isii Dr. Sheek Muhammad Rashaad Abdullee Akkanatti awwaallatte
Oromiyaa Bahaa: Magaalaan Dirree Dawaa hayyuu fii sabboonaa isii, abbaa ummata Oromoo, kan saba isaa dukkana wallaalaa keessaa baasuuf hamma lubbuun isaanii gama akhiraa deemtutti …
Read More »Sagaleen teenya haa dhagayamtuu
Guyyaa har’aa Finfinneen ummata haqa dheeboteen hacuucamtee ooltee jirti. Caamsaa 25/2005 (June 2, 2013) Hiriirri nagahaa magaalaa Finfinnee guyyaa har’aa geggeeffamee seera qabeessa eeyyama qabuu …
Read More »AQIIDAA SHEEK DR. MUHAMMAD RASHAAD ABDULLEE
********AQIIDATUL OROMIYYAAH KUTAA 3FFAA********* Urjii Ahmad Aqiidaa Ulamaa’ii Oromoo tan Ahbaashiitiin wal bira qabuun “Aqiidatu Oromiyyaah” Kutaa 2 qopheeysee jira. Kutaa 3ffa keessatti Barruun amma …
Read More »TVOMT:BREAKING NEWS – Oromo legend, Dr. Shek Mahammad Rashad Abdullee has passed away
Dr.Sheik Muhammad rashaad arra du’aan addunyarraa galanis, wanni inni nuuf godhe yoomiyyuu sammuu keessaa nun baddu.
Amantii isaa nama akkaan jaalatuu fi saba isaatiifis nama hadoodu ture. Qubee Afaan Oromoo laatiinirraa gara afaan keenyatti akka nuuf mijjaawutti nama uumee bakka ammaa …
Read More »