WASHINGTON, DC — Humnootii kufaatii siyaasaa keessa jiranii fi jaarmayoota shorookeessumaatti ramadamaniin Oloola sobaa oofameetu Oromiyaa keessatti jeeqama kakaase jechuun ibsii mootummaa naannoo Oromiyaa irraa …
Read More »Finciloota Ummanni Oromo bulchitota embaayira ethiopia irratti duri kaase hamma ammatti gad-geysaa turani fi ittis jiran barreyfama armaan gadi keysatti walin laalu yaalla.
OROMOONNI DIYAASPOORAA….!!!!
Lubbuu qaalii diinni galaafachaa jiraa Duuti isaaniis hedduu nama mararaa Nuti warri biyya alaa maal gochaa jirra? Akkamiin callifte Oromoon diyaaspooraa? Barattoota nagayaa guddinaaf teessu, …
Read More »Oromo TV: 15th Anniversary Celebration of Oromo TV
https://youtu.be/_0C-uvBsnIc
Read More »Magaalaan Gimbii Diddaan Jeeqamaa Jirti, Ajajoonni Wayyaanee Federaalaa 2 Qaama Hin Beekaminen Ajjeefamuu fi Daldaltooti Oromoo 7 Immoo Hidhamuun Beekame
Magaala Gimbiitti qaama hin beekamneen tarkaanfii ajajoota Wayyaanee federaala lama Hoteela Zamalak keessatti fudhatameen tokko ajjeefamuu fi tokko madoo tahee bahuun Wayyaaneen humna qabdu …
Read More »DORROBA MASEENAA!!!
Imala dheerate Abjuu galma dhabe, Deemee itti ga’uuf hiixxadheen dadhabe , Ta’uu keen barre ree dorroba maseene, Si narraa kafalaaf liqaa meeqa seene, Bokoka kee …
Read More »Hiika dhabdee Abbaa murtii..
Imimmaan koo bara turtii.. Har’as kunoo cophaa Jirtii.. Hulaa haqaa cufee diinni.. Afaan sobaa damma dibee.. Baraa baraan teenyee booyuu.. Saba kiyyaaf Malli dhibee… Haa …
Read More »Aanaa Gullisootti barataa Gutuu Abarraa ajjeefamuun polisiin Oromiyaa amane.
Waamicha Hiriiraa Mormii tokkuumma baratoota Oromoo (TBOJ) caayya ABO/OLF biyyaa Jarmanii, Frankfurt
Xalayaa Obboo Lammaa Magarissaa Afiyyaa’ii Caffee Oromiafi
By Jawar Mahammed: Haasaya isin uummata Burraayyuu waliin gootan dhaggeeffannee jirra. Hunda dura nama akka keessan onneerraa dubbatee garaa saba isaa jiisu mooraa gamasii keessatti …
Read More »