Abdii Boruutiin Akkuma yaadatamu dhiyoo kana Afaan Ingiliziitiin “PANNEL DISCUSSION – What is next for the Oromo people?” kan jedhamu mariin tokko biyya …
Read More »Dhagayaa ilmaan Oromoo yaamicha Tokkummaa Kana furmanni keenya yeroon isaas ammaa
Abdii Boruutiin Tokkummaan Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) hoo yoomi? Jalqaba bara kanaa (2010) irratti yeroo oduu gaddisiisaa fi hamilee cabsaa dhageenyu, barri haarayaan kun Oromoo …
Read More »Bar-kurneen dhufu uummata Oromootiif maal fida laata?
Abdii Boruutiin Erga gabrummaa Habashaa jalatti kufee kaasee uummanni Oromoo qabsoo bilisummaa hadhaawaa otuu hin godhin oolee buluu baatus; qabsoo kana keessatti jijjiiramni tokko tokko argamanis, …
Read More »Walabummaa dura fi walabummaa booda
Abdii Boruutiin Jaarmayoonni bilisa baasaan keenya maal jedhu? Kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) ilaalchisee yeroo ammaa intarneeta irratti marii oo’aan waan godhamaa jiru …
Read More »Walittibaqinsa, Tokkummaa, Tumsa (Waa Taa Taa) – kutaa lammaffaa
Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa: Gayeen ULFO sarana maali? Egereen isaa hoo? Mata duree Waa Taa Taa kana jalatti kutaa duraa – Qormaata guddaa bara haarayaa – jedhee …
Read More »Difference between Freedom of a Country and of People
Remark on ADF statement Recently another organization with Oromo name has appeared. It will be remembered that last year an organization claiming similar vision with …
Read More »MIRGI UMMATA OROMO NAMOOTA HAGOON HIN MURTAA’U
Ummanni Oromo gabrummaa motummoonni ‘Habashaa’ irraan gayan jalaa of- baasuuf bara afurtamaa ol qabsoo hidhannoo deemsisaa jira. Barriin dheera kana keessa mirgootni ummanni dhiiga isaa …
Read More »OSA Midyear Conference
The Oromo Studies Association hosted its mid-year conference this year on March 16, 2013, at Georgia State University. OSA has recorded and collected this conference’s …
Read More »Garaagarummaa Bilisummaa Biyyaa fi Ummataa Yaada Ifsa ADO irratt kenname
Gidduu kana jaarmaan maqaa Oromoo maxanfate tokkommoo gadi baheera. Bara darbe 2012 jalqaba irratt akkasuma dhaabi bira maqaa Adda bilisummaa Oromoo utuu gad hin dhiisin …
Read More »Harás Borus Biyti Teenya Oromiyaa, Ummanni Keenya Oromoo, Kaayyoon Keenyas Bilisummaadha!
Qabsoon bilisummaa Oromoo ABOdhaan hogganamu waggoota afurtamman dabran gargaarsa tokkoon maleetti fi duula diinota qabsoo kana dhabamsiisuuf irratti faraqaan bobba’an lakkoobsaan hedduu fi dandeetti guddaa qaban irra …
Read More »