“Warra miidiyaa hawaasaarratti na arrabsu dura hin dhaabbatinaa. Ana ittisuu dhiisaa. Ani yaada koo dhiyeessa. Warri naan mormuus, na qeequus yaada isaanii ibsachuun mirga isaaniiti. …
Read More »Gorsa Hanbaa hin qabne
Dhiirti haqaa akkatti dirree baaftee dhugaa jiru lafa keessi.Karaa Oromoon irra deemuun barbaachisu ummatatti garsiifti.Dargaan gola keessatti dahattee odoo waan dubbatame sirrtitti dhaggeeyfattee hin hubatin, …
Read More »Dr. Ittanaa Habtee, “Jawaar Mohamed Abiyyi waliin qaamaan wal arge mariyatee jira”
Ibsa Gamtaa Paartilee Mormitootaa Irraa Kenname
Manni maree paartilee mormituu (caucus) hundeeffame.
“Oromiyaan Guantanamo taatee jirti”
OMN: Imala Galatoomaa Jawaar Mahommad, Fürth, Jerman ( waxabajjii 04 , 2022)
Read More »Mootummaan Tigraay mootummaa Federaalaa wajjiin dhoksaan marii taasisaa akka jiru gabaafame.
Akka Sudan Post gabaasetti mootummaa Federaalaa fi Adda Bilisummaa Ummata Tigraay kan Tigraay bulchu jidduutti xalayaa nagaa wal jijjiiruun dhoksaan taasifamee jira. Qondaala olaanaa mootummaa …
Read More »Hogganoonni paartilee siyaasaa Toophiyaa 5 fi bakka bu’aan Ameerikaa maryachuun dhagayame.
Mariin kun marii biyyaalessaa fi haala Itoophiyaan amma irratti argamtu irratti kan xiyyeeffate jedhame. Mariin hooggansi paartilee siyaasaa Itoophiyaa 5 fi bakka bu’aan Ameerikaa irratti …
Read More »Duulli naannoo Amaara keessatti gaggeefamaa jiru hangam nageenya biyyaaf yaaddessa?
Wiixata darbe aanga’onni naannoo Amaaraa ibsa kennaniin duula olaantummaa seeraa kabachiisuu gaggeefamaa jiruun namootni 4500 ol ta’an hidhamuu beeksisaniiru. Duulli kun torban darbe keessa kan …
Read More »