Haaluma kanaan:- 1 Obbo Dammaqee Mokoniin I/A Muumicha ministeeraafi qindeessaa kilaatera hawaaswummaa 2. Dr. DabreTsiyoon G/Madiin -Sad/I/A Muumicha ministeeratti qindeessaa kilaastera dinagdeefi ministeera quunnamtiifi Infoormeeshin …
Read More »Godina Harargee Bahaati Qammooni Motummaa Hawaasa Musliimaa kan Cinqaa Jiran ta’u Bekkaame.
Godina Arsii magaalaa Dheeraatti namoonni sadii ajjeefaman.
OMN:Oduu Onk.06,2015 Godina Arsii aanaa Doddotaa magaalaa Dheeratti, ijaarsa seeraan alaa manneenii jechuun, wayta bulchitoonni aanichaa manneen jiraattotaa diigaa turanitti, jiraattotaa fi poolisoota jiddutti walitti …
Read More »Ibsa Adda Bilisummaa Oromoo (ABO), fi Ijaarsa Bilisummaa Saba Oromoo (IBSO)
Ummanni 150,000 Aanaa Zuwwaay Dugdaa Jiraatu Beelaan Shororkaaya Jira
October 4, 2015 #By_Qeerroo Aanaan Zuwaay Dugdaa Godina Arsii qarqaraa haroo dambalii dheerina naannawa harichaa walakkaa ol irra naannofte tan argamtu fi lagni kataar …
Read More »Beekaan sirna Gadaa Tokkos yeroo ILMAAN Oromoo gorsan akkas jedhu…
Maqaa nuti hiika saa hin beekne hin moggaafatinaa jedhu! Jedhanii hin dhiisnee Maqaa Muhammad jedhuu fii Kadiija jedhu hiika isaa Namni beeku hin jiru jedhan!!! …
Read More »Wal bekuu irra waliif beekuu wayya jedhaamiti ree Oromon wayta dubbatu.!!!
Labsiin Magaalota Oromiyaa Dhaabuuf jedhamee dhihaate Caffeen marii gabaabduu booda ibsa gahaafi jijjiirama tokko malee dabarsitee jirti.
Labsiin kun Maastar Pilaanii Finfinnee hojirra oolchuuf seeraan hayyame jechuudhaa? Ifatti hin hayyamne. Garuu Maastar Pilaanii bira dabree dantaa Oromoofi Oromiyaan magaalota irraa qabu miidhuuf …
Read More »Yaamicha Warra Su’uudi Jiraatuuf Dhiyaate
Obboleettiin teenya Naa’imaa Nuuree Abdulqaadir Haajjii godhuuf jecha Makkaa dhaqxe achitti nurraa badde haga amma hin mul’anne. Kanaafuu namni bakka ishiin jirtu beeku akka nu …
Read More »Maatii H / Qeebaloo Sa’id irraa..
Namni suuraa isaanii asii gaditti argitan kun H / Qeebaloo Sa’id jedhamu lammii oromoo dhalataa godina Arsii aanaa Gadab Asaasaati sirnya hajjiitiif Saudi Arbiadeemanii naannoo …
Read More »