BAANDIRAA OROMO`OO Gaafa maqdashoo dhaqee { 1965 } dhaaba soomaalee habasha`attin ida`-ame itti gaafatama dardaggeessafii bar-moota na godhan duuba ka`eetan afa-an oromo`oo raadiyoona maqda-sho`oo akka …
Read More »Soba dhaabni maqaa qabsootiin ilmaan Oromoo biyya alaa keessatti ittiin gudeedaa jiru..
Barreeffamni maqaa kiyyaan marsaa Siitube gubbatti Jawaar Muhammad irratti barrefame akka barreefama kiyya hinta’in akka naaf hubattan galatooma.
By Umar Suleyman Duraan dursee kabajamtoota jaalattoota tiyya,dhageeffattoota tiyyaaf, deeggartoota tiyya akkasumas,hordoftoota tiyya, ilmaan Oromoodhaa ka taatan hundumaaf,nagayaaf jaalalli, kabjaan oromummaa ka’onnee tiyya irra burqe …
Read More »#OromoProtests Happening Now Solidarity Rally in Canberra, Australia March 16, 2016
#OromoProtests Warreen mana hidhaa baddannoo keeysatti hidhaman muraasa
kumaa oliitu hafe” 1.Ahmed shagge (hoojataa waajira bishaani) 2.Haaji Turee (hoojataa waajira MMD) 3.Jaafa (hoojayaa waajiraMMD) 4.Jawaara qaadii(hoojattuu waajira MMD) 5.Dhaabaa Mirressa (hoojataa waajira MMD) …
Read More »Hiriira Mormii Godinaa Arsii fi Ka Wallaggaa Bahaa Keessaa
WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Godina Arsii Anaa Muneesaa magaalaa Qarsaa keessatti barattonni mana barumsaa sadarkaa lammaffaa fi qophaa’inaa kibxata Bitooteessa 15 bara 2016 hiriira …
Read More »#OromoProtests – Mass Protests, March 16, 2016
#OromoProtests – Mass Protests, March 16, 2016 #OromoProtests Guyyaa har’a Bitootessa 16, 2016 Agaazin magaalaa Gincitti akkaa suuraa gubatti gaartan kaanan gurramaa olan. Uummata keenya …
Read More »Hogganoonni OPDO ol’aanoon 500 ol tahan magaalaa Adaamaatti walgahiirra jiran waliigaltee dhabuun wal unkuraa jiru
Dhaamsa Hubannoo Ilman Oromoo Qofaaf!!
Bakkalcha Barii Barraaqaa Marsaalee Social Media kanneen akka Facebook Warri Fayyadamtan Sochii Warraaqsaa FXG fi Balbala Bilisummaa Afaan irra geenyee waan jirruuf qabxiilee armaan gadii …
Read More »