Namoo Daandii | April 28, 2014 WASHINGTON, DC (VOA Afaan Oromoo) — Universitiilee Oromiyaa keessa jiran kanneen akka Univiersitii JImmaa, Haromayaa, Amboo, Wallaggaa keessatti barattoonni gidduu kana …
Read More »Ethiopia: OPDO pleased with Oromo student protests
April 28, 2014 (Somali Press) — Mrs Aster Mamo, the Deputy Chairwoman of the regional ruling party Oromo Peoples Democratic Organization (OPDO) said her party is …
Read More »“SHIROOTAA FI IMPAAYEERA HIWAATOOTAA IJAARUU”
HUNDEE GAADDISAA (2006) kutaa 1ffaa: Ebla 28, 2014 Biyya Itoophiyaa jedhamtuf, warri Imimmaan naachaa cobsan , Qileetti ishee oofaa jiraachuu guyyuu argaa fi dhaga’aa jirra. …
Read More »Iccitii “Master planii” TPLF isa 2ffaa.
Marsaa 1ffaa; Tooftaa magaalaa finfinnee babaldhisuu jedhuun jiddu gala Oromiyaa (Showaa) handhura Oromiyaa keessaa addaan kutanii maqaa biraa itti moggaasuun bulchiinsa “Federaala TPLF” jala galchuudha, …
Read More »Diddaa dhimma Finfinnee ilaalchise gorsa tarsiimoo jawaar muhaammad irraa barattoota yuniversitiif
Diddaa dhimma Finfinnee ilaalchise gorsa tarsiimoo jawaar muhaammad irraa barattoota yuniversitiif Falmaa deemsifamaa jiru daran milkeessuuf qabxiilee armaan gadii qalbifachuun barbaachisaadha. 1) Mormii nagaa ( …
Read More »BIYYALAATTIS NU QOCHISIIFACHUU FEDHUU?
HUBACHIISA: yaa dubbiftoota walaloo kanaa jaalatamoo fi kabajamoo, inni amma isiniif dhiyaate kun waggaa kurnan harraa, gaafa 28. 06. 2004 mandhe ONA irratti baafamee ture. …
Read More »Baratooti oromoo hedduun hadha pooliisii federaalaan reebamanii jiru.
Barattoonni Yuniversitii Mattuu akkuma yuniversitoota bira FDG irratti sagalee isaanii dhageessisaa jiru
Oduu oowwaa:Barattoonni Yuniversitii Mattuu akkuma yuniversitoota bira FDG irratti sagalee isaanii dhageessisaa jiru. Barattoonni kun mormii FDG irratti qaban sodaa tokko malee haala gaariin karaa …
Read More »Disturbing Images of Oromo Students Injured By TPLF’s Military Police at a Peaceful/Nonviolent Rally in Wallaggaa, Oromia
On April 26, 2014, Oromo students’ nonviolent protest was held at Wallaggaa University against the plan (called the Addis Ababa Master Plan) to evict millions …
Read More »Diinaan hidhamus, reebamus biyyaa fi ummata kiyyaaf waan ta’eef, gochaan diina keenyaa waanan jalqabe irraa duuba na hin deebisu
Diinaan hidhamus, reebamus biyyaa fi ummata kiyyaaf waan ta’eef, gochaan diina keenyaa waanan jalqabe irraa duuba na hin deebisu, ammallee fuula duratti ummatakiyya kakaasuu fi …
Read More »