Abdii Boruutiin Akka yaada fi ilaalcha kiyyaatti, tokkummaa diduun humna diiguu dha; tumsa diduun ammoo humna laaffisuu dha. Yoon akkana jedhu …
Read More »Tumsa hunda hammataa alaa dura tokkummaan ykn tumsi mooraa QBO keessatti ijaaramuu qaba
Abdii Boruutiin Waayee tumsa hunda hammataa (All-Inclusive-Alliance) ilaalchisee, turban lamaan dabran keessatti, marii oo’aan akka godhamaa ture ni yaadatama. Barruulee qofaa …
Read More »Guddinni Afaan Oromoo qaama qabsoo bilisummaa Oromooti
Abdii Boruutiin Cimina qabsoo bilisummaa Oromootu (QBOtu) Afaan Oromoo guddisa moo guddina Afaan Oromootu QBO cimsa? Deebiin gaafii kanaa akka waayee …
Read More »Laafinni Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) abdii uummanni Oromoo isarraa qabu hin dhabamsiisu
Abdii Boruutiin Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn) akka jaarmayaa bilisa baasaa tokkootti ijaaramee qabsoo bilisummaa Oromoo haa gaggeessu malee innumtuu uummata Oromoo …
Read More »Araarri fi tokkoomuun Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) hamma yoomiitti tura?
Abdii Boruutiin Yoo waan gaariin tokko dhaga’amu fi abdii namatti horachiisu, waan badaan tokko cinaa dhaan dhaga’amee, waa hunda gaafii keessa galcha. Maaluma waayeen …
Read More »Tokkoomanii wajjin qabsaa’uun hunda caalaa fi murteessaadha
Abdii Boruutiin Walitti dhufanii waliin haasa’uun gaarii dha; waliigaltee uumanii wajjin hojjechuun caalaa dha; tokkoomanii waliin qabsaa’uun ammoo hunda caalaa fi murteessaa dha; …
Read More »Eenyutu eenyu eega, eenyutu eenyurraa waa eega?
Abdii Boruutiin “Uummanni Oromoo si eega; ati ammoo sagalee isaa ta’uu qabda. Ani nama tokko waanan ta’eef, hiriira irratti argamus argamuu baadhus homaa …
Read More »Oromoo ta’ee kan kana hin hubanne, ani Oromoo dha ofiin jechuunuu mamsiisaa dha
Abdii Boruutiin Oromoon bilisummaa ni barbaada moo hin barbaadu? jedhee otuun gaafii kana dhiyeessee, deebii lama argachuu nan danda’a jedhen yaada. Tokko, eeyyen …
Read More »Tokkummaan Oromummaa kan bilisummaa dhaaf ijaaramu, tokkummaa sobaa ta’uu hin danda’u
Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBO) akka galii hin geenye gufuu itti ta’uu dhaaf; yoo danda’ame sirumaa dhabamsiisuu dhaaf, diinni keenya …
Read More »Rakkoolee jiraniif furmaata barbaaduuf malee, tokkummaa gaafii keessa galchuufii miti
Abdii Boruutiin Dhiyoo kana mata duree “Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti, qabsoon hidhannoo hammam abdachiisaa dha?”jedhu jalatti barruu tokko dhiyeessuun kiyya ni yaadatama. Wantin barruu sana …
Read More »