Abdii Boruutiin Akka yaada fi ilaalcha kiyyaatti, tokkummaa diduun humna diiguu dha; tumsa diduun ammoo humna laaffisuu dha. Yoon akkana jedhu …
Read More »![](https://bilisummaa.com/storage/2013/03/xalayaa.png)
Abdii Boruutiin Akka yaada fi ilaalcha kiyyaatti, tokkummaa diduun humna diiguu dha; tumsa diduun ammoo humna laaffisuu dha. Yoon akkana jedhu …
Read More »Abdii Boruutiin Waayee tumsa hunda hammataa (All-Inclusive-Alliance) ilaalchisee, turban lamaan dabran keessatti, marii oo’aan akka godhamaa ture ni yaadatama. Barruulee qofaa …
Read More »Abdii Boruutiin Cimina qabsoo bilisummaa Oromootu (QBOtu) Afaan Oromoo guddisa moo guddina Afaan Oromootu QBO cimsa? Deebiin gaafii kanaa akka waayee …
Read More »Abdii Boruutiin Addi Bilisummaa Oromoo (ABOn) akka jaarmayaa bilisa baasaa tokkootti ijaaramee qabsoo bilisummaa Oromoo haa gaggeessu malee innumtuu uummata Oromoo …
Read More »Abdii Boruutiin Yoo waan gaariin tokko dhaga’amu fi abdii namatti horachiisu, waan badaan tokko cinaa dhaan dhaga’amee, waa hunda gaafii keessa galcha. Maaluma waayeen …
Read More »Abdii Boruutiin Walitti dhufanii waliin haasa’uun gaarii dha; waliigaltee uumanii wajjin hojjechuun caalaa dha; tokkoomanii waliin qabsaa’uun ammoo hunda caalaa fi murteessaa dha; …
Read More »Abdii Boruutiin “Uummanni Oromoo si eega; ati ammoo sagalee isaa ta’uu qabda. Ani nama tokko waanan ta’eef, hiriira irratti argamus argamuu baadhus homaa …
Read More »Abdii Boruutiin Oromoon bilisummaa ni barbaada moo hin barbaadu? jedhee otuun gaafii kana dhiyeessee, deebii lama argachuu nan danda’a jedhen yaada. Tokko, eeyyen …
Read More »Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBO) akka galii hin geenye gufuu itti ta’uu dhaaf; yoo danda’ame sirumaa dhabamsiisuu dhaaf, diinni keenya …
Read More »Abdii Boruutiin Dhiyoo kana mata duree “Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti, qabsoon hidhannoo hammam abdachiisaa dha?”jedhu jalatti barruu tokko dhiyeessuun kiyya ni yaadatama. Wantin barruu sana …
Read More »