Birbirsa Gooroo irraa “Oggaa ormi qabeenya abbaa keetii saame, atis waliin saami.” mammaaksi jedhu kan Oromooti: warri jettan as bahaatii ibsa kennaa mee! Affeertoonni fi …
Read More »Bineensi Bineessuma!
Baarentuu Gadaa Irraa Bineessi ykn waraabechi maqaa akkamiituu baafatu, maqaan akkamiituu itti mogga’u bineessuma! Haala kam keessattuu bineessi bineessummaa isaa jijjirreechuu hin danda’u. Garaa isaa …
Read More »Bu’aan Obaamaan Toophiyaa dhaquuf maali?
Seenaa darbe irraa maal baratne? Keessaa iyyuu kan MQBO. Keessatti Oromoo mudate
Imala qabsoo bilisummaaf godhamu keessatti bu’aa fi ba’ii hedduutu nama mudata .kana jechuun galii tokko yoo qabatan illee adeemsa ykn tobtaa irratti wal dhabuu …
Read More »Ummata Oromootu hooggantoota dhaabbilee siyaasaa akka tokkooman kadhachuu qabamoo, hooggantoota dhaabbilee siyaasaa Oromootu tokkummaaf ummata Oromoo kadhachuu qaba?
……. Kutaa lammaffaa Barreefama kiyya kutaa tokkoffaa keessatti dhimma waamaicha tokkummaa ilmaan oromiyaa ilaalchisuun, waanuma natti muldhatee fi ittiin guungumaa deemu, maalifan yaada kiyya …
Read More »Haqa Falmachuuf Dirqama Qabna!!
Kadiro Elemotiin Yaa obboleeyyan, nagayaa qabdu? Mammaksa Soomaalii kan Muummichi Ministeera Toophiyaa durii jedhu yaadattu, “Wushochu yichowallu, gimelu gizowun qetilewal?” Kana maaliif akka inni jedhe …
Read More »Dhufaatii Obaamaa fi waan Obaamaan fidee dhufu
Bilisumma Biyyaaf Kan Oromoo Obaamaan nama kabajamaa dha keessumaa warra lixaa biratti.Egaa obbo Obaamaanis qe’ee dhufnee isin ilaalla erga jedhanii dhaammatanii bubbulaniiru.Toole nutis koottaa anaa …
Read More »TPLF’s sham, fake and Scandalous election results
Ethiopian People’s Revolutionary Democratic Front (EPRDF) led by Tigrayan People’s Liberation Front (TPLF) have stolen democracy, money, votes, and liberty from Oromo people as they …
Read More »“Oromiyaan yoo Bilisoomte OPDO maaltu itti hir’ataa?
Hawwii Sanyii Leencaa Opdon akka wayyaaneen faayidaa qofaaf jettee isaan barbaaddu maa beekuu dadhabanii laataa? Utuu dhuguma Opdo akka dhaabaatti ilaalu ta’e maalif Priministeerii opdo …
Read More »Principle: TPLF vs OLF
By Yaadasaa Dafa The World Wikipedia explains “principle” as: : a moral rule or belief that helps you know what is right and wrong and …
Read More »