Abdii Boruutiin Jaarmayoonni bilisa baasaan keenya maal jedhu? Kaayyoo qabsoo bilisummaa Oromoo (QBO) ilaalchisee yeroo ammaa intarneeta irratti marii oo’aan waan godhamaa jiru …
Read More »Walittibaqinsa, Tokkummaa, Tumsa (Waa Taa Taa) – kutaa lammaffaa
Abdii Boruutiin Kutaa lammaffaa: Gayeen ULFO sarana maali? Egereen isaa hoo? Mata duree Waa Taa Taa kana jalatti kutaa duraa – Qormaata guddaa bara haarayaa – jedhee …
Read More »Tooftaa wal dorgommii filannoo ti moo waan dhugaa hojiirra oolu?
Abdii Boruutiin Barruu gabaabaa kana akkan dhiyeessu kan na godhe, filannoo impaayara Itoophiyaa keessatti ta’uuf deemu ilaalchisee barruu tokko dubbisuu kooti. Barruun dhiyoo …
Read More »Yeroon tokkummaa dhugaa barbaadan yoomiyyuu caalaa amma
Abdii Boruutiin Bara gabrummaa jalatti kufee kaasee uummanni Oromoo qabsoo bilisummaa hadhaawaa otuu hin godhin dabree hin beeku. Ba’aa bu’ii hamma kana hin …
Read More »Fottoqanii jaarmayoota heddoomsuun hafee ganuun faashinii ta’uuf deemaa?
Abdii Boruutiin Barruu kiyya kan har’aa gabaabaa kana akkan dafee dhiyeessu kan na godhe, waayee moraa qabsoo bilisummaa Oromoo, keesumaayuu moraa Adda Bilisummaa Oromoo …
Read More »Waan dhufuuf deemu ni tursiisu malee hambisuu hin danda’an
Abdii Boruutiin Mata duree “Walittibaqinsa, Tokkummaa, Tumsa”jedhu jalatti kutaa duraa baasuun kiyya ni yaadatama. Akkuman barruu sana keessatti tuqee dabre, silaa har’a kutaa lammaffaa dhiyeessuu …
Read More »Walittibaqinsa, Tokkummaa,Tumsa (Waa Taa Taa) Kutaa duraa
Abdii Boruutiin Kutaa duraa: Qormaata guddaa bara haarayaa Hunda dura baga bara haarayaa 2010 geessan. Barri haarayaan kan nagaa, fayyaa fi gammachuu isiniif haa ta’u. Mata …
Read More »Tokkummaan jaarmayoota fi qabsaa’ota Oromoo akkamitti ijaaramuu danda’a?
Abdii Boruutiin Kutaa shanaffaa – WTT (Waa Taa Taa?) Quboonni sadeen kun maaliif dhaabbatu? Maal agarsiisu, maal jechuu dha?Waa Taa Taa?– Waa ta’ittaa laata jechuu ta’inaa? W T …
Read More »Manni hidhaa tokko yoo diigame malee deebi’anii keessatti hidhamuun hin hafu
Abdii Boruutiin Dubbiin akka mata dureetti dhiyaate kun hiikni isaa mormisiisaa ta’uu mala. Maaliif yoo jedhame, manni hidhaa amma jiru tokko yoo …
Read More »Tokkummaan jaarmayoota fi qabsaa’ota Oromoo akkamitti ijaaramuu danda’a? – Kutaa afraffaa
[rev_slider boruu] Abdii Boruutiin Kutaa afraffaa – Qabsoo bilisummaa keessatti heddoominni jaarmayoota uummataaf bu’aa hin fidu Akkuma beekamu fi amanamu biyyoota gara garaa keessatti dhaabileen …
Read More »