Abdii Boruutiin Qabsoon Bilisummaa Oromoo (QBO) akka galii hin geenye gufuu itti ta’uu dhaaf; yoo danda’ame sirumaa dhabamsiisuu dhaaf, diinni keenya …
Read More »Rakkoolee jiraniif furmaata barbaaduuf malee, tokkummaa gaafii keessa galchuufii miti
Abdii Boruutiin Dhiyoo kana mata duree “Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti, qabsoon hidhannoo hammam abdachiisaa dha?”jedhu jalatti barruu tokko dhiyeessuun kiyya ni yaadatama. Wantin barruu sana …
Read More »Kaayyoon Oromoo bilisummaa fi abbaabiyyummaa dhabe deebisee argachuuf malee..
Abdii Boruutiin Oromoorraa dhaladheef otuu hin taaane, wanti dhugaa ta’e fi ibsuu barbaadu, uummanni keenya (Oromoon) dhalootaan ykn uumaa dhaan daba waan beeku …
Read More »Qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti, qabsoon hidhannoo hammam abdachiisaa dha?
Abdii Boruutiin Seenaa biyyoota gara garaa kan gabrummaa jala turani fi bilisummaa argatan yoo ilaalle, qabsoo bilisummaa isaanii keessatti qabsoon hidhannoo bakka guddaa akka …
Read More »Tokkummaan uummanni Oromoo barbaadu tokkummaa dirqamaa kan kaayyoo tokkorratti bu’ureeffamu dha
Abdii Boruutiin Qbsoon bilisummaa Oromoo (QBO) barbaachisaa kan ta’e fi ilmaan Oromoo miliyoonaan lakkaawwaman lubbuu isaanii kana keessatti kan dhaban, uummanni ykn sabni keenya …
Read More »Oromummaan kan walii fi dura dhufu yoo ta’u, amantiin garuu kan dhuunfaa fi booda dhufu dha
Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barruu kiyya kan har’aa otuun hin jalqabin, duraan dursee gammachuu natti dhaga’amen ibsuu barbaada. Waaqayyo/Rabbi galanni haa ga’u, oduu gaariin …
Read More »Yoo ijoolleen isaa waliigalan, Oromoon akka dafee bilisoomu mamiin ykn shakkiin hin jiru
Abdii Boruutiin Akkan raadiyoonii sagalee Oromiyaa irraa dhagayetti, tokkummaan jaarmayoota Oromoo sadii: AWDO -Adda Walabummaa Dimokraatummaa Oromiyaa, GABUO – Gumii Adda Bilisummaa Ummata Oromiyaa fi …
Read More »Egereen uummata Oromoo maali?
Abdii Boruutiin Akkuma yaadatamu dhiyoo kana Afaan Ingiliziitiin “PANNEL DISCUSSION – What is next for the Oromo people?” kan jedhamu mariin tokko biyya …
Read More »Dhagayaa ilmaan Oromoo yaamicha Tokkummaa Kana furmanni keenya yeroon isaas ammaa
Abdii Boruutiin Tokkummaan Adda Bilisummaa Oromoo (ABO) hoo yoomi? Jalqaba bara kanaa (2010) irratti yeroo oduu gaddisiisaa fi hamilee cabsaa dhageenyu, barri haarayaan kun Oromoo …
Read More »Bar-kurneen dhufu uummata Oromootiif maal fida laata?
Abdii Boruutiin Erga gabrummaa Habashaa jalatti kufee kaasee uummanni Oromoo qabsoo bilisummaa hadhaawaa otuu hin godhin oolee buluu baatus; qabsoo kana keessatti jijjiiramni tokko tokko argamanis, …
Read More »