Abdii Boruutiin Barri tokko dhumee ykn xumuramee barri haaraan yoo jalqabu namootni keessumaayuu faranjootni bara dabre hubachuu fi waa hundaa gamaaggamuu dhaan bara haaraa …
Read More »Tokkummaan ykn tumsi humnoota Oromoo, mooraa QBO keessatti, maaliif barbaachisaa ta’a?
Abdii Boruutiin Dhimma tokkummaa kanarratti yeroo baay’ee waan irratti dubbatame fi barreeffameef, waayee kana irra deebi’ee kaasee dubbistoota barruu kiyyaa ifachiisuu hin barbaadu. Abdii Boruu yeroo hundaa …
Read More »Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessa, garaagarummaa ilaalcha fi karaa ti moo, garaagarummaan kaayyoos jira?
Abdii Boruutiin Gaafii akka mata dureetti dhiyeesse kanaaf deebii otuu hin barbaadin dura, gaafii waliigalaa tokko kaasuun barbaachisaa dha. Innis: “Nuyi uummatni Oromoo …
Read More »Afaan Oromoo dur hacuuccaa diinaatu duubatti isa hanbise, har’a hoo maaltu duubatti isa hanbisa?
Abdii Boruutiin Akkuma beekamu, Afaan Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol hacuuccaa ykn cunqursa diinaa jala waan tureef; akkasumas otuu ittiin hin barreessamin …
Read More »Uummatni wal shakku fi wal hin amanne wajjin (waliin) deemee galii tokko ga’uu hin danda’u
Abdii Boruutiin Haala qabsoon bilisummaa Oromoo (QBO) har’a keessa jiru fi waan hawaasota Oromoo keessatti mumul’atan tokko tokko yoon hubadhu, gaafiilee adda addaatu sammuu kiyya …
Read More »Tokkummaan bilisa baasota Oromoo hundaa hin hammatne, tokkummaa bilisummaa fidu ta’uu hin danda’u
Abdii Boruutiin Namni tokko diina isaa wajjin wal’aansoo yoo godhu, diina sana injifachuu kan danda’u humna diinaa caalaa cimaa kan ta’e yoo qabaate qofaa dha. …
Read More »Gadaan gadaa araaraa, waliigaltee fi tokkummaa ti – Tokkummaan hunda hammatus itti aaneee..
Yaamicha tokkummaatiif owwaachuu fi qabsoo hidhannoo cimsuun yoomiyyuu…
Abdii Boruutiin Uummanni Oromoo bar-dhibbee tokkoo ol gabrummaa Habashaa jala turani fi ammas jirani illee, gabrummaan uummanni keenya har’a bar-kurnee lama keessa jiran kun yoomiyyuu …
Read More »Hamma (hanga) yaadni Itiyoophiyaa takka jedhu sammuu keessa jirutti..
Abdii Boruutiin Mata duree kanaan barruu kana akkan qopheessu kan godhan sababoonni gara garaa jiraatani illee, sababoota lamatu akkan yaada koo barreessu …
Read More »Gandummaa, Naannummaa, Amantii fi Oromummaa Qabsoo Bilisummaa Oromoo keessatti
Abdii Boruutiin Waayeen kun afran: gandummaa, naanummaa, amantii fi Oromummaan qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti gahee maal taphatu? Gaheen isaan taphatan hoo …
Read More »