OMN:Oduu Onk.15,2015 Hayyuun Barnoota Argaa dhageettii Gadaa Oromoo bu’uuressanii, aadaa fi seenaa Oromoo yeroo dheeraaf barsiisaa kan turan, Abbaa Liiban Dabbasaa Guyyoo, magaalaa Naayiroobii …
Read More »Sweden; Oromoo students showcasing their cultures
Some of the countries that are represented on the cultural day was Syria, Iran, Eritrea, Oromia, Dominican Republic, Somalia and Thailand. For more Read here
Read More »Walgahiin Hawaasa Dubartoota Oromoo fi Hawaasa Dubartoota Afrikaa Biyyoota 16 Irraa Walitti Dhufan Magaalaa Guddoo Biyya Masrii Kaayiroo Keessatti Geggeeffame Milkiin Xumurame.
Onkoloolessa 15,2015 guyyaa kaleessaa magaalaa guddoo Masrii Kaayiroo keessaa bakka Opera jedhamutti walgahiin Dubartoota Afrikaa fi Dubartoota Oromoo hirmaachise sirna miidhagaa ta’een geggeeffamaa ture …
Read More »Rakkoon ummata Oromo Maali?
Obolewwan keenya kun Lameen Kadir fi Awwal jedhamu Bala Hajji Minaa gubbat dhaqabe irrat Haadha isaan lubbuun baasan isaan lameen gamma akhirat deemaniru.
RDH Obolewwan keenya kuniin Jiraatota Biyya Saud Arabiyaa Magaala Riyaadit. Lameenu kan fuudhanif Abba ijoole Tokko tokkoot. Hadha isaan Hajiif Naanoo Oromiyaa Godina Wolaga Magaala …
Read More »Itiyoophiyaatti Nama Miliyoona 8.2 Gargaarsa Barbaada
VOA, Mallaskaachoo Ammahaa WASHINTON,DC—Akka gabaasa Koreen Balaatii fi Qophaahinaa Sagatnaaa Nyaata Addunyaa Damee waliin baasanitti Itiyoophiyaatti rakkoon jijjiiramii qilleensaa EL NINO faana dhuftetti akka namii ariitiin …
Read More »I F L O /A I B O + ULFO/THBO
Gumaan jaallan wareegamanii walabummaa Oromiyaatiin deebi’a Akkuma beekkamu Sooreeysi QBO J/J/A/Gadaa du’aan ad dunyaa kanarraa erga galan kunoo bara 2ffaa isaa xumurree jirra. Akka …
Read More »Tooftaa Cunqursaa Mottummaa Wayyaanne Filannodhaan 2015 Boodaa Fi Qabso Bilissummaa Ummata Oromoo
Paartileen Wayyaane walgahi ta’ani hojii raawwachistu koree garagaraa filani jiran. Warri korree kanarrati dhaabbileen hirmaatani opdo,deheden,hewhat, beheden, partile 4 kanini fa`a jechudha. walgahin adeemsisan kun …
Read More »Iyyannoon hojii (CV) dalagaa argachuu nama dandessisu isa kami?
==================================================== (THE AWASHPOST.COM)-Namoonni kan barataniif waan hedduuf. Dalagaa argachuufi woraqaa isaanitti dhimma bayanii jireenya fooyyeffachuun sababa isa tokko. Shakkii tokkoon alatti, baratanii dalagaa argatanii uf, …
Read More »Ummanni 150,000 Aanaa Zuwwaay Dugdaa Jiraatu Beelaan Shororkaaya Jira
Aanaan Zuwaay Dugdaa Godina Arsii qarqaraa haroo dambalii dheerina naannawa harichaa walakkaa ol irra naannofte tan argamtu fi lagni kataar aanicha wallakkatti kutee kan darbu …
Read More »